Channel
#𝗛𝘂𝗯𝗮𝗰𝗵𝗶𝗶𝘀𝗮 Channel kun kabajaa fi jaalala ustaaz Raayyaa Abbaa Maccaa tif kan banamedhaa. Namoonnii isaan jaallattan ittii wol Affeeraa. Yaadaaf Qeeqa Qabdan karaa @amaar70_bot nuun gahaa nu qunnamuuf @abu_amaar1
Updated: 2026-08-25
🌿 DUBBACHUU DURA YAADI 📖RabbiinﷻQur’aana keessatti Akkana Jedha ﴿مَا يَلْفِظُ مِنْ قَوْلٍ إِلَّا لَدَيْهِ رَقِيبٌ عَتِيدٌ﴾ "Namni Tokkollen hin dubbatu jecharraa yoo isarraa tehe…
🧠 Dubbachuu dura yaadi; 🗣️ waan dubbattu sirriitti madaali; 🤐 yoo gaarii ta’e dubbadhu, yoo hin taane callisi. Nabiyyiin ﷺ akkana jedhan «مَن كان يؤمن بالله واليوم الآخر فليقل خ…
𝙲𝙷𝙰𝙽𝙽𝙴𝙻 𝙱𝙰𝚁𝚂𝙸𝙸𝚂𝙾𝙾 𝙵𝙸 𝙱𝙰𝚂𝙷𝙰𝙽𝙽𝙰𝙽𝚂𝙸𝙸𝚂𝙾𝙾 𝚃𝙰'𝙰𝙽 𝙰𝚁𝙶𝙰𝙲𝙷𝚄𝚄𝙵 𝙼𝙰𝙻𝙻𝙰𝚃𝚃𝙾𝙾 𝙼𝙰𝙶𝙰𝚁𝙸𝙸𝚂𝙰𝙰 𝙲𝚄𝚀𝙰𝙰𝚂𝚄𝚄𝙳𝙷𝙰𝙰𝙽 𝚂𝙴𝙴𝙽𝙰𝙰! …
🎧Sagantaa Da'waa Mata-Dureen 🌿Yeroo kee qisaasessuun maal si dhabsiisa kan Jedhuudha.....🎤 By Oustadh Yusuf Aliyyii....👌 📌Warri Sagantaan isin jala darbe...Sagalee kana seenaa…
✰✰﷽✰✰ "الدنيا دار عمل....!! والآخرة دار جزاء...!!" 🌸"Duniyaan tun bakka dalagaati,Ganda hojiitti.Aakiraan immoo Ganda galataati...!" 💦Waan har'a dalagaan oolte kana argachuuf sir…
📌 Manicha irratti tuquudhaan banaa seenaa! ┏┓ ┃┃╱╲ ┃ ╱╱╲╲ ╱╱╭╮╲╲ ▔▏┗┛▕▔ ╱▔▔▔▔▔▔▔▔▔▔ ╲ ╱ ωєℓ¢σмє™ ╲ ╱╱ ┏┳┓╭╮ ┏┳┓ ╲╲ ▔▏ ┗┻ ┃┃ ┗┻┛ ▕▔ Open Home - Click here ➕ 𝐀…
🎧Sagantaa Da'waa Mata-Dureen 🌿Islaamummaan amantii akkamitti kan Jedhuudha......🎤 By Oustadh Said Muhammed.. 📌Warri Sagantaan isin jala darbe...Sagalee kana seenaa Dhaggeeffadh…
🌿 DHUGUMATTI, JANNANNI HARKA NAMAATII HIN TA’U! ALHAMDULILLAAH 🌿 Ollaa Imaama beekamaa Abuu Haniifaa jedhamu keessaa namni tokko nama dhugaatii alkoolii dhuguun machaa’u ture. Im…
A head-to-head of how Backpack and Phantom advertise on Telegram — the Solana-rooted exchange-and-wallet versus the leading self-custody wallet, their creative and targeting differences, and what the Telegram Ads Spy archive reveals.
How advertisers reach Belgian audiences on Telegram — one of Europe's toughest gambling and ad-restriction regimes pushing operators offshore, a Dutch/French/German language split, and EU-regulated crypto and trading.
How advertisers reach Irish audiences on Telegram — an English-speaking EU member inside the UK-Ireland creative pool, a fintech and tech-HQ hub, EU-regulated crypto and forex, and offshore gambling under a tightening licensing regime.
How advertisers reach Korean audiences on Telegram — the real-name banking regime that pushes activity offshore, one of the world's most intense retail-crypto cultures, gaming and esports adjacency, and won-denominated payment friction.
Flags — the regions we asked our observer pool for while recording this ad in this channel. That is a label on our request, not a confirmed place of viewing: when no account is available in the requested country the pool silently substitutes another and does not say so. It is not the advertiser's targeting country either. We stopped requesting the region on {date}, so newer creatives carry no flags at all. The channel's main country (by its language) is highlighted in blue; regions under 5% are collapsed into +N.